Myvideo

Guest

Login

Oduufi Odeeffannoowwan Har'aa Dec 03,2023 #news #daily #breakingnews #ethiopia #ethiopianews

Uploaded By: Myvideo
1 view
0
0 votes
0

Itiyoophiyaan hojiiwwan milkaa'aa gama Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetaa jirturratti muxannoo horatte akka qoodde Ministirri Ministeera Qonnaa Dr. Girmaa Amantee himaniiru,bal'ina oduu kanaafi kanneen biroo hordofaa #news #daily #ethiopia Akkam jirtu?Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu 'Bunaafi Nagaa hindhabinaa' jedhee kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa'ee biyyaafi Oromiyaa bal'oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin chaanaalii lama hundumtuu yaada irraa ka'a mitiiree? Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan 'Yaadi Media Network' jedhee lammataa 'Yezemenu Media' jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hin

Share with your friends

Link:

Embed:

Video Size:

Custom size:

x

Add to Playlist:

Favorites
My Playlist
Watch Later