Myvideo

Guest

Login

Oduufi Odeeffannoowwan har'aa Jan 18,2024 #yaadimedianetwork

Uploaded By: Myvideo
1 view
0
0 votes
0

Akkam jirtan?Nageenyi Badhaadhaa!!Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu 'Bunaafi Nagaa hindhabinaa' jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa,Maddi waan hundumaa yaada 'Yaadi Media Network' jedhee lammataa 'Yezemenu Media' jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwaniifi balballoomii wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta'e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu danda',like hunda akka isin dhaqqabuu danda'uufis subscribe erga gootanii booda 'All' kan jedhu cuqaasaa.

Share with your friends

Link:

Embed:

Video Size:

Custom size:

x

Add to Playlist:

Favorites
My Playlist
Watch Later