Myvideo

Guest

Login

Oduufi Odeeffannoowwan 'waa maraa' hordofaa Dec 05,2023 #news #daily #breakingnews #ethiopia

Uploaded By: Myvideo
1 view
0
0 votes
0

Hoogganaan sab-quunnamtii mana marii Federeeshini Badhaadhaa guyyaa saboota,sab-lammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa 18ffaa ilaalchisuun kan himaniifi kanneen biroo balballoomiiwwan hundumtuu OBN sagalee Ummataa FM Finfinnee irraa kan fudhatamanidha. #daily Warri OBN yoo loluu baatan haala kanaan dhiyeessuu ittin fufa,isin hordofaa!Waa'ee biyyaa irratti odeeffannoo sirrii argachuuf Chaanaalii kanatti michoomaa! Akkam jirtu?Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu 'Bunaafi Nagaa hindhabinaa' jedhee kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa'ee biyyaafi Oromiyaa bal'oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin chaanaalii lama hundumtuu yaada irraa ka'a mitiiree? Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan 'Yaadi Media Network' jedhee

Share with your friends

Link:

Embed:

Video Size:

Custom size:

x

Add to Playlist:

Favorites
My Playlist
Watch Later