Myvideo

Guest

Login

Waamicha dhaloota 2ffaa Jan 08,2024 #yaadimedianetwork

Uploaded By: Myvideo
0 views
0
0 votes
0

Waamichi Muummichi daayaaspooraa dhaloota 2ffaaf taasisan deebii qabaatamaa argachaa jira,bal'ina oduu kanaafi kanneen biroo hordofaa Maddi:OBN Sagalee Ummataa Akkam jirtan?Nageenyi Badhaadhaa!!Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu 'Bunaafi Nagaa hindhabinaa' jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa,Maddi waan hundumaa yaada 'Yaadi Media Network' jedhee lammataa 'Yezemenu Media' jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwaniifi balballoomii wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta'e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu danda',like hunda akka isin dhaqqabuu danda'uufis subscribe erga gootanii booda 'All' kan jedhu cuqaasaa Hojii kana meeshaa barbaachisaa guutee qulqullinaan jabeessee itti fufuu akka

Share with your friends

Link:

Embed:

Video Size:

Custom size:

x

Add to Playlist:

Favorites
My Playlist
Watch Later